Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu

Ibsa ejjennoo Konyaa  ABO Stavanger

Amajji tokko(Guyyaan WBO) seenaa qabsoo Uumata Oromoo ABO'n gaggeefamu  keessatti bakka guddaa kan qabuu fi bara baraan golee Oromiyaa fi Oromoota biyya ambaa adda addaa keessa faca'anii jiraatanii ni kabajama. Kabajni Guyyaa WBO mirgaa fi Oromummaa WBO nu gonfachiisaan yaadachaa fi falama abbaa biyyummaa Oromoof jabaannee  qabsaa'uuf guyyaa  waadaa keenyaa  itti haaromsinu dha.

Nuti  miseensonni ABO konyaa Stavanger, biyya Norway Guyyaa WBO hawaasa Oromoo naannoo Stavanger waliin kabajannee jira.Guyyaa kabaja kan irraati itti gaafatamaa ABO kutaa Iskandenaaviyaa  J/Mohaammed Ahamed ibsa  fi maaliif Oromoo Amajjii tokko bara baraa akka kabaju ibsa bal'aa kennaanii jiru.Nuti miseensonni ABO konyaa Stavanger Guyyaa WBO ilaalchisee ibsa ejjennoo armaan gadii baafannee jirra:

  1. WBO waan barbaachisuun  hundaan utubuu fi bira dhaabachuuf waadaa gallee jira.
  2. Waamicha gumaata Qabsoo Bilisummaa Oromoof; Xalayaa W/HD-GS-ABO irraa lakk:  149/xal-abo/2008  guyyaa 28/12/08 barreefamee fi Project Million tokko burqisiisuuf xalayaa Birkii Jaarma fi Siyaasaa Biyya Alaa lakk:0031/BSJBAJ/123108  guyyaa 31/12/08 nuuf barreefame irratti hunda'uun diqama nuuf kenname  baatii sadii keesatti ba'uuf waada gallee jira.
  3. Miseensonno ABO bakka jirutti ofirratti amanummaa keenya haaromfachuu, damaqinsa siyaasaa qabaachuu irraatti jaabaannee akka hojjennu ni dhaamanna.
  4. Miseensoni ABO naamusaa fi sansaka gaarii qabaachuu fi kabaja Dhaabaa fi Jaarmiyaa keenyaa cimsee tikfachuu qabna.
  5. Miseensoni ABO hir'ina fi dadhabina jaarmiyaa fi Dhaaba keenyaa faarsuu qofa osoo hin taane xiyyeefannaa gara diina keenyaati taasisuu fi jaabinaan gara hojii Dhaabaa irratti akka bobbaanu miseensota ABO hundaaf dhaamanna.

 

Dhuma irrati barri haaraan kan gammachuu fi injifannoo akka nuuf ta'u miseenota ABO fi Uumata Oromuu hundaa hawwina.

IUO'f

Gadaan Gadaa Bilisummaa ti.

Konyaa ABO Stavanger

Norway.

Amajjii 1/09



Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net